Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa
READ MOREHiraarsaa fi hararaafama itti fufiinsaan mootummaan PP ummata keenya irratti raawataa jiruuf, ummanni Oromoo bal’aan, lammiileen Oromiyaa, sabaa fi sab-lammoonni, ummatoonni biyya kanaa dinne didaan dura dhaabbachuu qabu – ABO
READ MOREHaala Nageenyaan walqabatee Guutumma Goleelee Oromiyaa keessatti dhiibbaa fi dhiittaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti rakkoo lixa Oromiyaa Godina Wallaggaa Lixaa Onoota gara garaa keessatti tahaa jiran irratti marii jiraataa Ona Qondaalaa Obbo Dagaagaa Barii waliin taasisame
Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa
READ MOREODUU, Du’aan boqotuu Aadde Urgee Dinagdee ilaalchisuudhaan xiqqummaa irraa hanga guddummaa isheetti kan itti dhiheenyaan ishee beeku Jaal Maaramaa Fufaa waliin gaaffii fi deebii taasisame,
Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa lammaffaa
READ MOREODUU, Ibsa ABO, Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa jalqabaa
READ MOREMinisteerri barnootaa wixinee sarbama mirga dubartootaa tahe kana akka haquuf ejjannoo keenya ibsachaa, qaamoleen dhimmi ilaallatan cufti addatti ummanni baal’aan wixineen kun akka hojiitti hin hiikamneef akka dura dhaabbatan waamicha goona.
READ MOREODUU, Miidhaa ulfaataa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti hidhaa fi ajjechaa jumlaa, maqaa WBO waliin hidhata qabduun dhiheenya kana Kibba-baha Oromiyaa Godinoota Arsii fi Baalee keesdsatti waraana Biltsiginnaan ummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru irratti marii Hoogana ABO Godina Kibbaa-bahaatti argaman Jaal Hundee Daraaraa waliin goone…
READ MOREOduu, Ajjechaa jumlaa waraanni sirna Biltsiginnaa tibbana Godina Lixa Wallaggaa Ona Gidaamii keessatti amantoota irratti raawwate ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa naannoo waliin taasisamee fi Marii SNN dhimma Hiree Murteeffannaa irratti Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa fudhatame kutaa sadaffaa fi isa xumuraa
READ MOREOduu, Seenaa gabaabaa qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu Sadaasa 26, 2023 boqotee fi dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MORE