• SBO SADAASA 10, 2023

    SBO SADAASA 10, 20230

    Ajjeechaa Suukaneessaa Lixa Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa Ona Gimbii ganda Gaccii jedhamutti abbaa fi Ilma Waraanni Mootummaa ajjeesee fi Kaaba Oromiyaa Godina Addaa Wallootti tibbana lola finxaaleyyiin Amaaraa Fannoon ummata irratti taasisuun Lubbuu namoota hedduu galaafatuu fi hedduu madeessuu irratti gaaffii fi deebii SBOn jiraattota naannoo waliin taasise,

    Sadaasa 04, 2023 sirni eebba Kitaaba Jaalle Lammii Beenyaa karaa Zoomiitiin geggeeffamuun isaa ni yaadatama. SBOs sirna eebbaa kanaa ilaalchisee gabaasaalee qindeesse kutaa duraa fi lammaffaa isinii dhiheessuun kan yaadatamu. Sagantaa har’aa keessatti ammoo kutaa sadaffaa fi isa dhumaa…

    READ MORE
  • SBO SADAASA 08, 2023

    SBO SADAASA 08, 20230

    Oduu, Sadaasa 09, guyyaa yaadannoo FDG waggaa 18ffaa guyyaa borii yaadatamee oolu ilaalchisuun qophii qindaa’e; Sirna eebba kitaaba Jaal Lammii Beenyaa Sadaasa 04, 2023 karaa toora interneetaa Zoomiin geggeeffame irratti hundaa’uun gabaasa qindaa’e kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 06, 2023

    SBO SADAASA 06, 20230

    Oduu, Sadaasa 09, guyyaa yaadannoo FDG waggaa 18ffaa ilaalchisuun qophii qindaa’e; Sirna eebba kitaaba Jaal Lammii Beenyaa Sadaasa 04, 2023 karaa toora interneetaa Zoomiin geggeeffame irratti hundaa’uun gabaasa qindaa’e kutaa jalqabaa.

    READ MORE
  • SADAASA 9 GUYYAA YAADANNOO FINCILA DIDDAA GABRUMMAA (FDG)

    SADAASA 9 GUYYAA YAADANNOO FINCILA DIDDAA GABRUMMAA (FDG)0

    Erga bara 2005 asitti sochiileen adda addaa bal’ina qaban barattoota Oromoo fi sabboontota Oromoon adeemsifamaniiru. Milkiileen argamanii fi wareegamootni baafamanis guddina qabu. Hojiin jaarmayaa, barattootaa fi dargaggoota, murnoota jiran hunda haala danda’ameen ijaaruu yoomuu sagantaa fi hojii dhaabbataa ABO waan ta’eef, isa kana milkeessuu fi lafa qabachiisuuf hojjechuu irraa yeroo itti ABOn boqote hin jiru.  

    READ MORE
  • SBO SADAASA 03, 2023

    SBO SADAASA 03, 20230

    Oduu, Haala Kaaba Shaggar Salaale keessa jiru irratti gaaffii fi deebii jiraataa godinichaa ta’e Obbo Rabbirraa Taaddasaa waliin gaaffii fi deebii godhame, Kufaatii barattoota gara Yunversitii seenan mudatee fi waliigalatti haala imaammata barnootaa biyyaa irratti gaaffii fi deebii barsiisaa Asfawuu Tuunee waliin godhame kutaa arfaffaa fi isa dhumaa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 01, 2023

    SBO SADAASA 01, 20230

    Oduu, Haala Godina Kaaba Shaggar keessa jiru irratti Qophii Addaa fi kufaatii barattoota gara Yunversitii seenan mudatee fi haala imaammata barnootaa biyyaa irratti gaaffii fi deebii barsiisaa Asfawuu Tuunee waliin godhame kutaa sadaffaa

    READ MORE
SBO