• SBO ONKOLOOLESSA 11, 2023

    SBO ONKOLOOLESSA 11, 20230

    Oduu, Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo caaasaa adda addaa marsaa jahaan kennamaa ture irratti Ibsa ABO, qormaata kutaa 12 ykn seensa yunversitii kan bara kanaa barattoota hedduu qabxii dhabsiiseef sababaan maali kan jedhu irratti SBOn qondaala dhaabaa J/Girmaa Nagaasaa waliin marii godhe…

    READ MORE
  • SBO ONKOLOOLESSA 09, 2023

    SBO ONKOLOOLESSA 09, 20230

    READ MORE
  • SBO ONKOLOOLESSA 06, 2023

    SBO ONKOLOOLESSA 06, 20230

    BAGA AYYAANA IRREECHAAN ISIN GAHE! KAN NAGAA FI GAMMACHUU HUNDUMAAF HAA TA’U!
    Oduu, Ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophii qindaaee fi Haala Baqattoota Oromoo biyya Sudaan Khartoum ilaalchisee gaaffii fi deebii baqataa achii waliin goone kutaa lammaffaa fi isa xumuraa

    READ MORE
  • SBO ONKOLOOLESSA 02, 2023

    SBO ONKOLOOLESSA 02, 20230

    Oduu, Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti weerarri dhibee busaa namoota baay’ee galaafataa jira. Ummatni godinoota kanneen keessa jiraatu haala ulfaataa keessatti kufee jira. Hir’inni nyaataa itti dabalamee lakkoobsi namoota du’aa jiranii haalaan dabaluun bal’inaan gabaafamaa jira.

    Gaaffii fi deebii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO Jaal Lammii Gammachuu waliin kutaa lammaffaa fi isa xumuraa

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 29, 2023

    SBO FULBAANA 29, 20230

    Oduu, Ajjechaa waraanni PP finxaaleyyii Faannoon walta’ee ummata irratti geggeessu, dhimma Hoggantootaa fi Qondaalota ABO mana hidhaa jiranii fi kkf irratti marii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO J/Lammii Gammachuu waliin godhame, akkasumas weerara poolisootni naannoo Somaalii Harargee Bahaa Ona Baabbilee irratti banan kan ilaaluun Aaf-gaaffii jiraataa onichaa waliin geggeeffame…

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 27, 2023

    SBO FULBAANA 27, 20230

    Oduu, Mana hidhaa Awaash Arbaa baafamee erga ajjeefamee waggaa guutuun isaa kan reef dhaga’amuu fi miidiyaalee hawaasaa gubbaa naannawaa jiru du’a Sabboonaa Oromoo Iyyaasuu Muhaammad adda baafachuuf SBOn obboleettii fi haadha warraa isaa dubbisee jira.

    Mootummaan ummataan hin filatamne, hangamuu waadaa seenu xumurri isaa Abbaa Irrummaa ti.

    READ MORE
SBO