SBO ONKOLOOLESSA 02, 2023

Oduu, Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti weerarri dhibee busaa namoota baayโ€™ee galaafataa jira. Ummatni godinoota kanneen keessa jiraatu haala ulfaataa keessatti kufee jira. Hirโ€™inni nyaataa itti dabalamee lakkoobsi namoota duโ€™aa jiranii haalaan dabaluun balโ€™inaan gabaafamaa jira.

Gaaffii fi deebii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO Jaal Lammii Gammachuu waliin kutaa lammaffaa fi isa xumuraa

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO