Haala Nageenyaan walqabatee Guutumma Goleelee Oromiyaa keessatti dhiibbaa fi dhiittaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti rakkoo lixa Oromiyaa Godina Wallaggaa Lixaa Onoota gara garaa keessatti tahaa jiran irratti marii jiraataa Ona Qondaalaa Obbo Dagaagaa Barii waliin taasisame
Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *