SBO SADAASA 22, 2023

ODUU, Dhalachuu ABO fi Deemsa Qabsoo Waggoota 50 + Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Ona Gadab Hasaasaa ganda Coofira Kaakkaatti ummati nagahaa maqaa WBOtiin adamsaa jiraachuun hiraarfamaa jira. Kanaan wal qabatee abboota amantaa fi abboota gadaa jedhamanii kanneen mootummaan bobbaasetu kaabinee fi kaadire waliin ummata keenya hiraarsaa jira jechuun jiraattonni naannoo komii dhiheessaa jiran. Marii dhimma kana irratti SBOn jiraattoota Ona Gadab Hasaasaa waliin taasise kutaa jalqabaa.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO