• SBO MUDDE 25, 2023

    SBO MUDDE 25, 20230

    ODUU, Guutummaa goleelee Oromiyaatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dhimuma kanaan wal qabatee, humnaan qabuun konkolaatatti eerga fudhatanii booda Konkolaataa irraa dargaggoota 160 keessaa dargagoonni 30 waraana harkaa faca’uun baqatanii gara maatii isaaniitti galaniiru. Isaan keessaa dargaggoon sodaa nageenyaaf akka maqaa isaa hin dhoofne himate Ona Gadab Hasaa irraa SBOf yaada kenne kutaa lammaffaa fi xumura,

    Dhimma qabsoo bilisummaa Oromoo irratti marii SNN Jaal Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa duraa

    READ MORE
  • Haleellaan xayyaaraa ummata nagaa irratti fudhatamu itti fufeera; lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.

    Haleellaan xayyaaraa ummata nagaa irratti fudhatamu itti fufeera; lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.0

    • ODUU
    • December 25, 2023

    Lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.

    READ MORE
  • SBO MUDDE 22, 2023

    SBO MUDDE 22, 20230

    Guutummaa golee Oromiyaa keessatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dargaggoon miliqee harkaa baafate SBOtti waan dubbate qaba.

    Godina Matakkalitti mootummaan PP waraana bifa haaraan ummata irraatti banee dhiibbaa fi dhiittaa guddaa dhaqqabsiisaa jira jechuun jiraattonni komataa jiru. Komii jiraattonni kaasan irratti jiraataa Godina Matakkal Obbo Margaa Tolosaa waliin SBOn marii taasiseera. Kutaa jalqabaatu dhihaata.

    READ MORE
  • SBO MUDDE 20, 2023

    SBO MUDDE 20, 20230

    ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa ka’uun gandoota hedduu keessatti namoota baay’ee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 2ffaa fi isa dhumaa,

    Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa 2ffaa fi isa dhumaa

    READ MORE
  • 𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐈𝐦𝐩𝐚𝐚𝐲𝐞𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢!

    𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐈𝐦𝐩𝐚𝐚𝐲𝐞𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢!0

    Lixa Shaggar Ona Gindabarat gandoota 22 keessaa ummata 10, 000 ol ta’utu qe’ee ofii irraa buqqaafame

    READ MORE
  • SBO MUDDE 18, 2023

    SBO MUDDE 18, 20230

    ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa ka’uun gandoota hedduu keessatti namoota baay’ee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 1ffaa,

    Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa jalqabaa

    READ MORE
SBO