• SBO SADAASA 29, 2023

    SBO SADAASA 29, 20230

    Oduu, Seenaa gabaabaa qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu Sadaasa 26, 2023 boqotee fi dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 27, 2023

    SBO SADAASA 27, 20230

    ODUU, Du’aan boqotuu qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe kana miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan. SBOn marii kana irraa kan fudhate kutaa jalqabaa xumura qophii isaa godhatee jira.

    READ MORE
  • Du’aan Boqotuu Jaal Abdurrazzaaq (Abbee) Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO

    Du’aan Boqotuu Jaal Abdurrazzaaq (Abbee) Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO0

    Jaal Abbeen, Bara 2018 wayta hogganni Adda Bilisummaa Oromoo gara biyyaa deebi’een booda, bobbaa jila ABO Godina Jimmaatti taasifameef koree simannaa keessatti adda durummaan socho’ee qooda mul’ataa kenneera.

    READ MORE
SBO