• <strong>Ala Erguu Qamadii fi Beela Ummataa</strong>

    Ala Erguu Qamadii fi Beela Ummataa0

    Ummanni miiliyoonotaan waan nyaatu dhabee karaa irratti kukkufee, kuun socho’uu dadhabee siree irratti hafee osoo jiruu, qamadii biyya alaatti gurgurachuu jechuun ummanni beela’e kun akka dhumatuuf hojjechuu jechuu dha.

    READ MORE
  • <strong>Godina Wallagga Bahaa Irraa Kan Buqqa’an Lammiileen Oromoo Rakkoo Hamtuu Keessa Akka Jiran Ibsame.</strong>

    Godina Wallagga Bahaa Irraa Kan Buqqa’an Lammiileen Oromoo Rakkoo Hamtuu Keessa Akka Jiran Ibsame.0

    • ODUU
    • February 15, 2023

    Lammiileen Oromoo Godina Wallagga Bahaa irraa weerara finxaaleyyii Amaaraa Faannoon qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an gargaarsa malu dhabanii rakkoo guddaa keessa jiru.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 12,2023

    SBO GURRAANDHALA 12,20230

    𝐌𝐢𝐫𝐠𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐮.
    Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo – Gurraandhala 11,2023
    Marii Haala Yeroo Irratti Hayyuu Siyaasaa Obboo Jamaal Ganamoo Waliin Taasifame: Ibsoota Sinoodosii ilaallatanii Qaamota Adda Addaatin bahan akkasumas Siyaasaa Biyyattii fi hegeree Jiru.

    READ MORE
SBO