𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐆𝐞𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥 𝐌𝐨’𝐢𝐛𝐨𝐨𝐧 𝐁𝐚𝐪𝐪𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐫’𝐚 𝐎𝐧𝐤𝐨𝐥𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝟏𝟒,𝟐𝟎𝟐𝟐 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐪𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞𝐫𝐚.
- SUUR-SAGALEE
- October 15, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Walgahii marii Imaammata cehumsa kana kan qopheesse Garee Ogeessota Imaammata Cehumsa Haqaa ta’uun kan ibsame yoo ta’u, akeekni marichaa galtee imaammata cehumsa haqaaf walitti qabuu kan jedhu akeekkatee akka ta’etu himame.
READ MORE
Uggurri Mootummaan PP Miidiyaalee Hawaasaa irra kaa’e Ji’a 2ffaa qabate
READ MORE
Nyamar, Gindabaratii fi naannoo san irra xayyaarri waraanaa MIIGII jedhamu marsaa jiraachuullee oduun kun dabalee hubachiisa.
READ MORE
Waldaan Gargaarsa Oromoo ORAn ummata keenya Godina Booranaa Hongee fi Beelaan miidhamaa jiraniif gargaarsa godhe.
READ MORE
Kanaan alatti Obbo Qannoo Shiboo dhimma hawaasaa keessatti gorsaa, qajeelchaa fi ulfaataa jaarsa biyyaa turan kan jedhan jiraattotni magaalaa D.Doolloo, Odaa guddaa, utubaa fi dagaleetu nu irraa boqote jechuun jaalala isaan hawaasa keessatti qaban mul’isaniiru.
READ MORE
Akka maddeen naannoo sanii nuuf gabaasanitti dargggoonni Qeerroon miliishota hidhatanii jiran uleen dura dhaabbatanii of irraa deebisuun ijoollee Oromoo hidhamanii turan baraaraniiru.
READ MORE



