Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐆𝐮𝐮𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa
READ MORE𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗻𝗶 𝗤𝗲’𝗲𝗲 𝗳𝗶 𝗤𝗮𝗯𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗾𝗾𝗮’𝗲, 𝗔𝗺𝗺𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗗𝗲𝗴𝗴𝗲𝗿𝘀𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗮 [SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqa’ee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan faca’ee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu. Haa ta’u
READ MORE
Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
READ MORE



