๐—จ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ป๐—ถ ๐—ค๐—ฒโ€™๐—ฒ๐—ฒ ๐—ณ๐—ถ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—พ๐—พ๐—ฎโ€™๐—ฒ, ๐—”๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐——๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ

๐—จ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ป๐—ถ ๐—ค๐—ฒโ€™๐—ฒ๐—ฒ ๐—ณ๐—ถ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—พ๐—พ๐—ฎโ€™๐—ฒ, ๐—”๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐——๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ [SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qeโ€™ee fi qabeenya isaa irraa buqqaโ€™ee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan facaโ€™ee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu. Haa taโ€™u

๐—จ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ป๐—ถ ๐—ค๐—ฒโ€™๐—ฒ๐—ฒ ๐—ณ๐—ถ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—พ๐—พ๐—ฎโ€™๐—ฒ, ๐—”๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐——๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ

[SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qeโ€™ee fi qabeenya isaa irraa buqqaโ€™ee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan facaโ€™ee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu.

Haa taโ€™u malee ummata magaalota akka Shaambuu fi bakkoota adda addaatti baqatanii dirree irratti hafan kana dhaqqabuuf dirmatnaan qaamota adda addaa fi ummtni godhu itti fufeera. Taโ€™us kun gaโ€™aa miti.

Ummatni keenya, addatti abbootiin qabeenyaa, NGO leen adda addaa fi hawaasni diasporaa guddaa sossohuu dha qaban.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO