MISEENSOTA ABO HIDHUU FI HIDHAA BAASANII BAL’EESSUUN ITTI FUFEERA

MISEENSOTA ABO HIDHUU FI HIDHAA BAASANII BAL’EESSUUN ITTI FUFEERA

Miseensota ABO Hidhuu fi Hidhaa Baasanii Bal’eessuun Itti Fufeera J/Abbishuu Dagaagaa, bakka bu’aa ABO Ona Dugdaa bakka itti hidhamee ture Waajjira Poolisii Maqii irraa Fulbaana 29,2022 baasanii bakka hin beekamnetti akka geessan gabaasameera. Haaluma walfakkaatuun J/Cinqaa Obsee, bakka bu’aa jaarmaa ABO Ona Booraa bakka jalqaba itti hidhan Waajjira Poolisii Ona Dudaa irraa namoota 4 waliin

Miseensota ABO Hidhuu fi Hidhaa Baasanii Bal’eessuun Itti Fufeera

J/Abbishuu Dagaagaa, bakka bu’aa ABO Ona Dugdaa bakka itti hidhamee ture Waajjira Poolisii Maqii irraa Fulbaana 29,2022 baasanii bakka hin beekamnetti akka geessan gabaasameera.

Haaluma walfakkaatuun J/Cinqaa Obsee, bakka bu’aa jaarmaa ABO Ona Booraa bakka jalqaba itti hidhan Waajjira Poolisii Ona Dudaa irraa namoota 4 waliin Fulbaana 29,2022 fuudhanii bakka hin beekamnetti akka geessan oduun walqabatee SBO dhaqqabe ifa godha.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO