Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Haala Yeroo Oromiyaa Irratti Ibsa Ijjannoo Koongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.
READ MORE
Paartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) bal’eessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu dha” jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.
READ MORE
Sab-boonaa qabsa’aa Oromoo Art.Ibraahim Aadam, ejjennaa fi jabina kaayyoo saba isaaf qabu irraa mootummaan wayyaanee qabee hidhuudhaan gidirsaa fi miidhaa irraan gahaa akka tures seenaan isaa ni agarsiisa.
READ MORE
Once again, we send our warm congratulation to the OLF, its leaders and the wider Oromo nation for whose cause tens of thousands of Oromo sons and daughters have sacrificed and are sacrificing their precious lives on its 50th anniversary.
READ MORE
50ኛ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ምስረታ ክብረ-በዓልን ኣስመልክቶ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግለጫ
READ MORE
KABAJA AYYAANA HUNDEEFFAMA ADDA BILISUMMAA OROMOO WAGGAA 50FFAA
READ MORE