Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Osoo ummatni keenya dabaa fi cubuun akka baalaa harca’aa jiruu hamilee ittiin cal’isnee ilaalluu fi bira dabarru waan hin qabneef, ummatni keenya bal’aan darbees hawaasni idil addunyaa fi falmitootni mirga dhala namaa mootummaa PP dhiiga ummataan harka dhiqataa jiru kana gama hundaan dhiibbaa akka irratti godhan ABOn ammas gadi jabeessee yaamicha isaa dhiheessa.
READ MORE
ODUU, Ijoollee Umriin Isaanii Waraanaaf Hin Geenye Lolaaf Qopheessuun Mootummaa PP, Gaafatamni Kan Itti Hin Dhaga’amne Ta’uu Isaa Mul’isa – Ibsa ABO,
Biyya Abbaa Irree Malee Mootummaan Ummataa Hin Jirre Keessatti Ummanni Akka Baalaatti Harca’a – Ijoo Dubbii ABO
READ MORE
Ummatni Oromoo fi lammiileen Oromiyaa ilmaan isaanii waraana hiika hin qabnee fi aangoo paartii PP tiksuuf qopheeffamuuf ilmaan isaanii dabarsanii akka hin laanne, haga danda’ametti ilmaan isaaniif eegumsaa fi tika barbaachisu akka godhaniif ABOn hiree kanaan yaadachiisa.
READ MORE
Hawaasi Idil-addunyaa fi dhaabbileen mirga dhala namaatiif falman mootummaa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu dhiigaa qulqullootaa dhangalaasaa aangoo afaan qawween tikfachuuf badiinsa ulfaataa dhaqqabsiisaa jiru, gocha isaa kana irraa akka dhaabbatuuf dhiibbaa akka irratti godhan ABOn irra deebi’ee yaamicha isaa haaromsa.
READ MORE
ODUU, Guutummaa goleelee Oromiyaatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dhimuma kanaan wal qabatee, humnaan qabuun konkolaatatti eerga fudhatanii booda Konkolaataa irraa dargaggoota 160 keessaa dargagoonni 30 waraana harkaa faca’uun baqatanii gara maatii isaaniitti galaniiru. Isaan keessaa dargaggoon sodaa nageenyaaf akka maqaa isaa hin dhoofne himate Ona Gadab Hasaa irraa SBOf yaada kenne kutaa lammaffaa fi xumura,
Dhimma qabsoo bilisummaa Oromoo irratti marii SNN Jaal Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa duraa
READ MORE
Lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.
READ MORE