All Posts

  • SBO MUDDE 01, 2023

    SBO MUDDE 01, 20230

    Oduu, Ajjechaa jumlaa waraanni sirna Biltsiginnaa tibbana Godina Lixa Wallaggaa Ona Gidaamii keessatti amantoota irratti raawwate ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa naannoo waliin taasisamee fi Marii SNN dhimma Hiree Murteeffannaa irratti Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa fudhatame kutaa sadaffaa fi isa xumuraa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 29, 2023

    SBO SADAASA 29, 20230

    Oduu, Seenaa gabaabaa qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu Sadaasa 26, 2023 boqotee fi dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 27, 2023

    SBO SADAASA 27, 20230

    ODUU, Du’aan boqotuu qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe kana miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan. SBOn marii kana irraa kan fudhate kutaa jalqabaa xumura qophii isaa godhatee jira.

    READ MORE

Latest Posts

SBO