Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Waldaan Hoggansaa fi Abukaatummaa Oromoo (Oromo Legacy Leadership and Advocacy Association-OLLAA) Haala sarbamiinsa Mirgootaa Oromiyaa Keessaa Irratti Gabaasa wagga kan 2022 tibbana baasee jira. Dhimma gabaasichaa fi sochii OLLAAn taasisaa jiru ilaalchisuudhaan Daayreektara OLLA Addee Seenaa Jimjimoo akkasumas ogeessa seeraa fi qindeessinaa OLLAA kan Baha Afrikaa Obboo Kanaa Goollicha Jiloo waliin gaaffii fi deebii gaggeessame
READ MORE
Mootummaan Paartii Bilxiginnaa miseensota ABO adamsee hidhuu kan itti fufe yoo ta’u, Amajjii 19,2023 kaleessa galgala sa’aa 7:00 ykn ALItti sa’aa 1:00 irratti miseensa GS-ABO J/Hundee Daraaraa mana isaatii qabuun hidhee jira
READ MORE
Godinoota Kibba Baha Oromiyaatti qonnaan bultoonni Oomisha isaanii qotatanii alaa galfatuun wal qabatee rakkoon ulfataan irra gahaa jiraachuu, addatti ammoo waggoota lamaan kana rakkoo biyyattii keessatti uumameen wal qabatee maqaa garagaraa nuuf moggaasuun saamicha qabeenyaa humnaa oliitu nu irratti taasifamaa jira kan jedhu komii ummata irraa dhihaataa jiru sababeeffachuun Godina Arsii Lixaatti jiraataa Ona Gadab Hasasaa kan ta’an dubbisuun qophii qindaa’e.
Hundeeffama magaalaa Shaggarii fi mormii ummataa deemaa jiru irratti yaada jiraattotaa
READ MORE
Haleellaa Xayyaaraa Lixa Shaggar Ona Daannoo ganda Kamiseetti raawwatameen lammiilee nagaan 30n dhumatan.
READ MORE
Dhiittaa Mirgoota Dhala Namaa HRW baase irratti fuulleffata. Qophii biraas qaba.
READ MORE
Ministiroonni Dhimma Alaa Jarmanii fi Firaansi Itoophiyaa keessatti hanga haqni argamutti nageenyii fi araarri amansiisaan argamuu hin danda’u jedhaniiru.
READ MORE