Barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa kan seensa Yunversitiif walitti qabaman irra miidhaan dhaqqabe
Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
Miseensota ABO Hidhuu fi Hidhaa Baasanii Bal’eessuun Itti Fufeera J/Abbishuu Dagaagaa, bakka bu’aa ABO Ona Dugdaa bakka itti hidhamee ture Waajjira Poolisii Maqii irraa Fulbaana 29,2022 baasanii bakka hin beekamnetti akka geessan gabaasameera. Haaluma walfakkaatuun J/Cinqaa Obsee, bakka bu’aa jaarmaa ABO Ona Booraa bakka jalqaba itti hidhan Waajjira Poolisii Ona Dudaa irraa namoota 4 waliin