All Posts

  • Sab-boonaa fi Qabsa’aa Oromoo Art.Zarihun Wadaajoo Waldahansaaf Biyya Alaa Geessame Haala Yaaddessaa Keessa Jiraachuu Maatiin Dubbatan.

    Sab-boonaa fi Qabsa’aa Oromoo Art.Zarihun Wadaajoo Waldahansaaf Biyya Alaa Geessame Haala Yaaddessaa Keessa Jiraachuu Maatiin Dubbatan.0

    Artist Zarihun erga Hindii dhaqqabeen booda ogeeyyiin fayyaa dursa miili isaa lamaan yaalamuu akka qabu maatiitti himuu kan ibse BBCn, haaluma kanaanis miili isaa lamaan waldhaansi baqaqsanii yaaluu akka godhameef, BBCn haadha warraa Art.Zarihun Wadaajoo waabeffachuun gabaaseera. Erga waldhaansi baqaqsanii yaaluu godhameefiin booda garuu dhukkubsatuu, dubbachuu dadhabuu fi dhibeen isaa itti hammaatuu Aadde Olaantuun BBCitti dubbataniiru

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 26,2023

    SBO BITOOTESSA 26,20230

    ODUU fi Haala yeroo irratti Gaaffii fi deebii Miidiyaan YouTube Channel SNN Jaal Abbaa Caalaa Lataa waliin taasise – kutaa xumuraa

    READ MORE
  • Q A B S O O  F I  S I R N A

    Q A B S O O F I S I R N A0

    Waggoota shanan dabran kana, akka waan Oromoon aangoo qabatee jirutti beekaa fi wallaalaa, firaa fi alagaatiin yommuu afarfamu ni dhaga’ama. Kun sababoota lama irraa madduu mala. Sababni duraa, warri sirnicha irraa fayyadamoo tahe sirnichi akka ummata Oromoo irraa deeggarsa argatuuf yaadanii ti. Faayidaa fi aangoo sirnicha irraa argatan tikfachuuf ummata afanfaajjessanii sirna nafxanyaa ammayoomee fi abshaalome jala hiriirsuuf dhama’u.

    READ MORE

Latest Posts

SBO