SBO AMAJJII 27,20231
- SUUR-SAGALEE
- January 28, 2023
Walloo Aatsonni dadhaban, Harcaatonni Sirna Aatseewwanii hin danda’an!
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Walloo Aatsonni dadhaban, Harcaatonni Sirna Aatseewwanii hin danda’an!
READ MORE
Oromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Ummataa Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Amajjii 24,2023
READ MORE
ODUU, Tarkaanfii Suukaneessaa Waraanni Paartii Biltsiginnaa Itti Gaafatamummaan Itti Hin Dhagahamne Oromiyaa Keessatti Ummata Nagaa Irratti Fudhatu Yakka Ilma Namummaa Irratti Kan Raawwatamee dha. Ibsa ABO
Namoota torbanoota darban keessa Ona Begii keessatti ajjeefaman keessaa tokko Obbo Abdulkarim Fufaa ti. Mucayyoon Obbo Abdulkarim kan amma biyya Sa’ud Arabiyaatti argamtu shamarree Iftuu Abdulkarim waa’ee ajjeefamuu abbaa ishee irratti SBO waliin gaaffii fi deebii gootee jirti.
READ MORE
Lammiilee Oromoo Mana Hidhaa Keessaa Baasanii Ajjeesuun Hojii Baratamaa Sirna Bilxiginnaa Ta’ee Jira.
READ MORE