SBO AMAJJII 22, 20240
- SUUR-SAGALEE
- January 22, 2024
ODUU fi Qophiilee garagaraa
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Waldaan Hoggansaa fi Abukaatummaa Oromoo (Oromo Legacy Leadership and Advocacy Association-OLLAA) Haala sarbamiinsa Mirgootaa Oromiyaa Keessaa Irratti Gabaasa wagga kan 2022 tibbana baasee jira. Dhimma gabaasichaa fi sochii OLLAAn taasisaa jiru ilaalchisuudhaan Daayreektara OLLA Addee Seenaa Jimjimoo akkasumas ogeessa seeraa fi qindeessinaa OLLAA kan Baha Afrikaa Obboo Kanaa Goollicha Jiloo waliin gaaffii fi deebii gaggeessame
READ MORE

ODUU, Amajjii 14/2024 Dilbata darbe hidhattootni PP Ona Saasiggaa ganda Waataa keessaa namoota 50 ol ukkaamsuun haga ammaa garrii geessan hin beekamin jiraachuu jiraattotni SBOtti himaniiru. Dhimma kana irratti jiraataa Ona Saasiggaa dubbisnee jirra.
Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa Ona Xiyyoo ganda Boree Cilaalootti maneen ummataa Waranni Biltsiginnaa gube irratti marii jiraatota naannoo fi Bulchaa Ganda Boree Cilaloo Obbo Yiisuu Turee waliin goone ammoo Xumura qophii keenya har’aa ti.
READ MORE
Godinoota Kibba Baha Oromiyaatti qonnaan bultoonni Oomisha isaanii qotatanii alaa galfatuun wal qabatee rakkoon ulfataan irra gahaa jiraachuu, addatti ammoo waggoota lamaan kana rakkoo biyyattii keessatti uumameen wal qabatee maqaa garagaraa nuuf moggaasuun saamicha qabeenyaa humnaa oliitu nu irratti taasifamaa jira kan jedhu komii ummata irraa dhihaataa jiru sababeeffachuun Godina Arsii Lixaatti jiraataa Ona Gadab Hasasaa kan ta’an dubbisuun qophii qindaa’e.
Hundeeffama magaalaa Shaggarii fi mormii ummataa deemaa jiru irratti yaada jiraattotaa
READ MORE