SBO AMAJJII 08,20230
- SUUR-SAGALEE
- January 9, 2023
ODUU, Haala waliigalaa Kibba-baha Oromiyaa irratti Ijoo Dubbii ABO fi Dhimmoota haala yeroo irratti hundaawan kan biroo
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Haala waliigalaa Kibba-baha Oromiyaa irratti Ijoo Dubbii ABO fi Dhimmoota haala yeroo irratti hundaawan kan biroo
READ MORE
Obbo Bulchaa Dammaqsaa du’aan addunyaa irraa boqotan. ABOn Ijoo gaddaa baase
READ MORE
Waliigaltee buufata galaanaa mootummaa PP fi mootummaa Somaliland gidduutti irra gahameen walqabatee muddama dhalateen, baqattoota Oromoo fi kanneen biroo Somaaliyaa jiran irra miidhaan akka hin geenye, eeggannoon godhamuufii akka qabu, muddamni siyaasaa haaraan dhalate kunis yeroo fi hatattamaan furmaata karaa nagaa argachuu akka qabuuf qaamotni dhimmi ilaalu hundi irratti hojjechuu akka qaban, Waajjirri Damee Hariiroo Alaa ABO ibsa Amajji 07, 2024 baaseen gaafatee jira.
Kaaba Oromiyaa Godina Walloo keessatti lola bal’aa finxaaleyyiin Faannoo fi loltootni mootummaa PP Oromoo Walloo irratti bananii jiraniin walqabsiisee ABOn Ijoo Dubbii Amajjii 05, 2024 baaseen Lola deddeebiin ummata keenya irratti banamee lubbuu qulqullootaa galaafatuuf kan itti gaafatamu mootummaa PP ti jedheera.
READ MORE
ODUU, Gabaasa Dhiittaa Mirga Dhala Namaa Itophiyaa keessaa…Haala manneen hidhaa keessatti Hogganoota, qondaalotaa fi miseensota ABO mudate irratti fuulleffata
READ MORE
