• SBO AMAJJI 03, 2024

    SBO AMAJJI 03, 20240

    ODUU, Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Ona Hoorroo Bulluqitti finxaaleyyiin Amaaraa babal’ifannaa lafaa fi saamicha qe’ee fi qabeenya Oromoof bobba’an qonnaan bulaa Obbo Taaddalaa Tarfaasa gaafa 19, 05, 2016 A.L.I tti bakka loon isaa bobbaafatee jirutti ajjeesanii akka biraa deeman ilmi isaanii Abbabaa Taaddalaa SBOtti himee jira.

    Gaaffii fi deebii miseensa hoogganaa ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo waliin goone kutaa lammaffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 31, 2023

    SBO ADOOLESSA 31, 20230

    ODUU, Gdiraa fi roorroon Oromoo irra gahu daran hammaataa, bultii irraa bultiitti cimaa deeme malee waan irraa dhaabbate hin qabu. Malaa fi bifa adda addaan cunqursaa fi saamichi, roorroo fi gidiraan, hidhaa fi ajjechaan raawwatamu guyyuu karaa hundaan daangaa isaa babal’ifataa jiraachuutu argama. Oromoon kana keessummeessaa, sirna PP urursaa haga yoomiitti jiraataan gaaffii dha. Ajjeefamaa, hidhamaa fi mirga mulqamaa jiraachuu aadaa godhatuun, balaa caaluuf of qopheessuu dha. Qophiin keenya dhimma kana irratti fuulleffatu oduutti aanee isinii dhihaata.
    o Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannoo ummatni Oromoo qabu maal fakkaata kan jedhu gabroomfattootaan walqabsiisanii ibsa ykn xiinxala gabaabaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo irratti dhiheessan irraa kan arganne kutaa duraa ammoo xumura qophii keenyaa godhannee gama keessaniin geenya.

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 27, 2024

    SBO ADOOLESSA 27, 20240

    ODUU, Ibsa Gaddaa ABO, Ibsa Ejjennoo Kora Gamtaa Miseensota ABO Godinaalee Awurooppaa fi UK, Gaaffii fi deebii Jaal Tumsaa Dibbee waliin

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 24, 2024

    SBO ADOOLESSA 24, 20240

    ODUU, Itti baha Kora Gamtaa Miseensota ABO Kutaalaa Awurooppaa fi UK kan bara 2024 Adoolessa 20 fi 21, 2024 geggeeffame ilaalchisee gaaffii fi deebii Jaal Caalaa Haayiluu waliin

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 22, 2024

    SBO ADOOLESSA 22, 20240

    ODUU, Gaaffii fi deebii jiraataa Ona Begii waliin, Marii Dr.Dassaaleny Nagarii Guyyoo waliin – kutaa 3ffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 19, 2024

    SBO ADOOLESSA 19, 20240

    ODUU, Murtii fi Kutannoolee Kora Miseensota ABO Kutaa Kanadaa, Marii Dr.Dassaaleny Nagarii Guyyoo waliin – Kutaa 2ffaa

    READ MORE

Latest Posts

SBO