Godinoota Kibba Baha Oromiyaatti qonnaan bultoonni Oomisha isaanii qotatanii alaa galfatuun wal qabatee rakkoon ulfataan irra gahaa jiraachuu, addatti ammoo waggoota lamaan kana rakkoo biyyattii keessatti uumameen wal qabatee maqaa garagaraa nuuf moggaasuun saamicha qabeenyaa humnaa oliitu nu irratti taasifamaa jira kan jedhu komii ummata irraa dhihaataa jiru sababeeffachuun Godina Arsii Lixaatti jiraataa Ona Gadab Hasasaa kan ta’an dubbisuun qophii qindaa’e.
Hundeeffama magaalaa Shaggarii fi mormii ummataa deemaa jiru irratti yaada jiraattotaa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *