MASAANUU OSA KAN TA’E ORA JEDHAMU FULBAANA 29,2022 BILXIGINNAAN HUNDEESSAME

MASAANUU OSA KAN TA’E ORA JEDHAMU FULBAANA 29,2022 BILXIGINNAAN HUNDEESSAME
  • Design
  • Performance
  • Screen
  • Camera
  • Battery
  • Price

Final Verdict

There are lots of ‘mays’ and ‘shoulds’ here, because while impressions can be formed about the look and feel of a phone quite quickly, OS, processor and camera testing take a longer look.

Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

MASAANUU OSA KAN TA’E ORA JEDHAMU FULBAANA 29,2022 BILXIGINNAAN HUNDEESSAME
Sirni Bilxiginnaa aadaa fi amala akkasumas bartee abbaa isaa TPLF/EPRDF irraa dhaaleen dhaabotaa fi dhaabbattoota Oromoof masaanuu bixxiluu itti fufuun, gaafa Fulbaana 29,2022 Waldaa Qorannoo Oromoo (OSA)f masaanuu kan ta’e ORA (Oromo Research Association) jedhu dhaabuu maddeen oduu Finfinnee gabaasaniiru.
Namootni waa’ee Oromoo qoratu jedhamanii waltajjii kana irratti argaman gariin isaanii waa’ee ummata Oromoo qorachuun hafee, warra waa’een isaanii iyyuu sichi qoratamu ta’uu kan ibsan maddeen keenya, hojii fi haalli yeroo ammaa fuggisoo waan ta’eef, Oromoon kanaan akka hin dogoggorsiisamne jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO