Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐ก๐ ๐๐๐๐ก๐ฌ๐ ๐๐ข๐๐๐ก๐ ๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐ข๐ข ๐๐จ๐๐จ๐ฅ๐จ๐จ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐จ๐ค๐ค๐’๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐๐ฅ๐ฆ๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐๐๐
Ummatni keenya Godina Horroo Guduruu Wallaggaa irraa humnoota finxaaleyyii Amaaraa Faannoo fi hidhattoota mootummaa gamtaan isa weeraraniin qeโee fi qabeenya isaa irraa kumootaan buqqisamee dirree irratti facaโee jiru ammallee gargaarsa ummata Oromoo balโaa barbaadu.
Kanneen carraa argatanii duโa irraa hafuun magaalaa Shaambuu Kampasii Yunversitii Wallaggaa Damee Shaambuu maadheffatanii jiran dandamachiisuuf hawaasnii fi waldaaleen amantaa hanga tokko dirmatnaa godhaafii akka jiran mulโateera.
Waldaan Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Shaambuu hanga dandeettii ishee ummata kanaaf dirmatuu oduun achi irraa SBO dhaqqabe ifa godha.
Abbootiin qabeenyaa Oromoo, dhaabbattootni garagaraa, dhaabbattootni amantii, waliigalatti ammoo ummatni Oromoo qaama isaa sababa weerara alagaan osoo qabuu agabee fi harka namaa ilaaluuf dirqame kana karaa dandaโeen itti dirmatuu qabaan ammallee dhaamsa keenya itti fufiinsaan dabarsinuu dha.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














2 Comments
Alex Holden
March 6, 2015, 3:03 pmDonec ipsum diam, pretium maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt risus id interdum primis orci cubilla gravida.
REPLYLinda Gareth
March 6, 2015, 3:03 pmMaecenas dolor, sot donec ipsum diam, pretium gravida nulla maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt.cubilla gravida.
REPLY