๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐†๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ

๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐†๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ

๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐†๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa

๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐†๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ

Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira.

Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu.

Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa fi Godinootni Harargee bakkoota duulli kun bal’inaan keessatti geggeessamaa jiruu dha.

Dargaggootni karaa irraa akka horiitti hidhattoota sirna Bilxiginnaan qabamanii gara mooraa leenjii waraanaatti geessamaa jiran. Maatiin ijoollee isaaf dirmatnaa godhullee, hambisachuu hin dandeenye. Kanneen maallaqa qaban horii kennanii ilmoo isaanii hambisachuuf yoo yaalan, inni homaa hin qabne harka maratee ilaaluu qofa

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO