Manni Maree Gamtaa Awurooppaa humnootiin Itoophiyaatti wal lolaa jiran akka dhaaban….
๐๐๐ง๐ง๐ข ๐๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ฆ๐ญ๐๐ ๐๐ฐ๐ฎ๐ซ๐จ๐จ๐ฉ๐ฉ๐๐ ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฐ๐๐ฅ ๐ฅ๐จ๐ฅ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง ๐๐ค๐ค๐ ๐๐ก๐๐๐๐๐ง ๐ ๐๐๐๐๐ญ๐
Manni Maree Gamtaa Awurooppaa humnootiin Itoophiyaatti wal lolaa jiran akka dhaaban gaafate.
Walgahii Onkoloolessa 07,2022 kaleessa gaggeeffame irratti Manni Marichaa waraanni kun daaโimmanii fi dubartoota irratti miidhaa dhala namaa guddaa akka qaqqabsiise beeksisuun waraannichi akka dhaabbatu gaafateera.
Gamtichi Daa’imman waraana Kaaba biyyattii keessatti deemaa jiru keessatti akka qabsaa’otaa fi loltootaatti itti gargaaramaa jiraachuus kaasuun balaaleffateera.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *