๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ๐ข “แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“”

๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ๐ข “แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“”

๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ๐ข “แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“”

Abbaan Irree Dargiin waggoota 17 aangoo irra ture lolaan dabarse. Bara bittaa abbaa irree Darguu, bara lolaa kana faana kan yaadatamu โ€œแ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“โ€ dha. Lammiileen biyyattii, addatti dargagootni โ€œแ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“โ€f dirqiin guuramaa turan.

Seenaan of haaromsuun taateen bara Dargii bara dheeraan booda bara mootummaa Bilxiginnaa kana keessa bifa baranee taโ€™een deebiโ€™aa jira.

Mootummaan Bilxiginnaa umrii isaa waggoota 4ii kana lolaan dabarsaa jira. Harโ€™a guutummaa biyyattii sadarkaa jechuun dandaโ€™amuun lolatu babalโ€™atee jira. Namatu guyyuu lola kanaan akka bishingaa jigaa jira.

Haala kana keessatti egaa labsii maqaa Tajaajila Biyyoolessaan โ€œแ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“โ€ bara Dargii kan fakkaatu haasa Muummicha Ministeeraa Itophiyaa, Dura Taโ€™aa paartii Bilxiginnaa Dr.Abiy Ahmed irraa dhiheenya kan dhagaโ€™ame.

Tajaajila Biyyoolessaa kana dirqii hin taasisnu erga jedhanii booda, garuu hojii argachuuf dirqama kana baโ€™achuun garuu dirqii taโ€™uu dubbatan. Kanaaf Tajaajilli Biyyoolessaa dirqii akka taโ€™e hubachuun nama hin dhibu.

Kana irraa kan hubatamu imaammatni lolaa kan itti fufu taโ€™uu fi loloota kana keessatti dargaggootni/barattootni abdii biyyaa taโ€™an maqaa Tajaajila Biyyoolessaan garuu โ€œแ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แ‰ตแ‹ตแˆญแŠ“โ€ fakkaatuun ibidda lolaan waadamuuf qopheeffamu jechuu dha.

Ummatni keenya dhimma kana gadi fageenyaan itti yaaduu qaba. Isa sichi ijoollee isaa kennu osoo hin taane, warri deeman/fuudhaman eessa jiru? jedhee gaafachuu dandaโ€™uu dha qaba.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO