๐๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ฅ๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ข “แฅแแซแ แแตแตแญแ”
๐๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ฅ๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ข “แฅแแซแ แแตแตแญแ”
Abbaan Irree Dargiin waggoota 17 aangoo irra ture lolaan dabarse. Bara bittaa abbaa irree Darguu, bara lolaa kana faana kan yaadatamu โแฅแแซแ แแตแตแญแโ dha. Lammiileen biyyattii, addatti dargagootni โแฅแแซแ แแตแตแญแโf dirqiin guuramaa turan.
Seenaan of haaromsuun taateen bara Dargii bara dheeraan booda bara mootummaa Bilxiginnaa kana keessa bifa baranee taโeen deebiโaa jira.
Mootummaan Bilxiginnaa umrii isaa waggoota 4ii kana lolaan dabarsaa jira. Harโa guutummaa biyyattii sadarkaa jechuun dandaโamuun lolatu babalโatee jira. Namatu guyyuu lola kanaan akka bishingaa jigaa jira.
Haala kana keessatti egaa labsii maqaa Tajaajila Biyyoolessaan โแฅแแซแ แแตแตแญแโ bara Dargii kan fakkaatu haasa Muummicha Ministeeraa Itophiyaa, Dura Taโaa paartii Bilxiginnaa Dr.Abiy Ahmed irraa dhiheenya kan dhagaโame.
Tajaajila Biyyoolessaa kana dirqii hin taasisnu erga jedhanii booda, garuu hojii argachuuf dirqama kana baโachuun garuu dirqii taโuu dubbatan. Kanaaf Tajaajilli Biyyoolessaa dirqii akka taโe hubachuun nama hin dhibu.
Kana irraa kan hubatamu imaammatni lolaa kan itti fufu taโuu fi loloota kana keessatti dargaggootni/barattootni abdii biyyaa taโan maqaa Tajaajila Biyyoolessaan garuu โแฅแแซแ แแตแตแญแโ fakkaatuun ibidda lolaan waadamuuf qopheeffamu jechuu dha.
Ummatni keenya dhimma kana gadi fageenyaan itti yaaduu qaba. Isa sichi ijoollee isaa kennu osoo hin taane, warri deeman/fuudhaman eessa jiru? jedhee gaafachuu dandaโuu dha qaba.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *