๐€๐๐๐š ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š

๐€๐๐๐š ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š

Haleellaa Jaal Mo’iboon Baqqalaa irratti raawwatame ilaalchisuun Odeessa ABO irraa

Miseensa Gumii Sabaa ABO kan taโ€™ee J/Moโ€™iiboon Baqqalaa galgala kana mana jireenyaa isaatti rasaasaan rukutamee yaalaadhaaf hospitaala jiraachuu odeeffannoon caasaa keenyaan nu qaqabee jira.
Miseensonnii fi qondaaltonni ABO heedduu biyya kana keessatti haalli wal fakkataan isaan irra gaโ€™aa tureera.
Ammas ABOn gochaa akkanaa addatti miseensota isaa fi qondaaltota isaa irratti aggammatee raawwatamaa jiru balaalleffataa, haala miseensa GS-ABO J/Moโ€™iiboon Baqqalaa irra jiru duukaa buunee Odeessa guutuun yoo argamuu kan isiiniif dhaamnu taโ€™a.
Injifannoon Ummata Balโ€™aaf!
Adda Bilisummaa Oromoo
Onkolooleessa 12, 2022.
Finfinnee
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO