Sheek Adam Tuulaa har’a Onkoloolessa 19,2022 awwaalaman
๐๐ข๐ซ๐ง๐ข ๐๐ฐ๐ฐ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ ๐๐ก๐๐๐ค๐ ๐๐ก๐๐๐ค๐จ๐ญ๐๐, ๐๐ก๐๐๐ค ๐๐๐๐ฆ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐๐ซโ๐๐ ๐๐ง๐ค๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐
Guyyaa harโaa Onkoloolessa 19,2022 sirni Awwaalchaa Sheeka Sheekotaa, Hayyuu Seenaa fi Amantii kan taโan Sheek Adam Tuulaa bakka namootni kumoota hedduutti argamanitti magaalaa Hararitti rawwatameera.
Sheek Adam Tuulaa dhalatanii waggaa 110tti addunyaa kana irraa duโaan boqochuu seenaan isaanii ni ibsa.
Sagaleen Bilisummaa Oromoo lubbuu isaanii jannataan haa qananiisu jechaa, maatii fi firootaaf jajjabina hawwa.


Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *