๐ƒ๐ฎ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ ๐š๐š ๐’๐š๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐ข๐ข๐ฅ๐š๐š

๐ƒ๐ฎ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ ๐š๐š ๐’๐š๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐ข๐ข๐ฅ๐š๐š

Maqaan namoota 62 haleellaa xayyaaraan magaalaa Biilaatti madaa’anii argame

๐ƒ๐ฎ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ ๐š๐š ๐’๐š๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐ข๐ข๐ฅ๐š๐š

Haleellaa xayyaaraa (Diroonii) Sadaasa 02,2022 Godina Wallagga Lixaa Ona Boojjii Birmajjii magaalaa Biilaatti mootummaan Biltshiginnaa ummata siviilii irratti raawwateen namootni 80 ol ajjeesamanii, dhibbootaan haalaan madaaโ€™aniiru.

Kanneen madaaโ€™an hospitaalli waan hin jirreef, buufata fayyaatti guuramanis qorichi (dawaa)n dhibuu fi waldhaansi barbaaachisu waan hin argamneef guyya guyyaatti duโ€™aa akka jiran odeessi boodana SBO dhaqqabe ifa godha. Harโ€™a qofa kanneen madaaโ€™anii jiran keessaa 3 akka duโ€™anis dhagaโ€™ameera.

Namootni madaaโ€™anii buufata fayyaas taโ€™u, maatiin mana manatti fudhatan kaan harkii fi miilli kan irraa ciccite, dugdi caccabee fi walumaagalatti akka hamaatti miidhaman taโ€™uu odeessa SBO dhaqqabe irraa hubachuun ni dandaโ€™ama.

Namoota lubbuun hafan ammoo akkaan madaaโ€™an, hedduun isaanii ijoollee taโ€™an keessaa tarrisni maqaa namoota 62 nu dhaqqabe akka armaan gadii kana dha.

1) Lalisaa Amaanuโ€™eel Ittafaa โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 27

2) Dastaa Tasfaa Tarrafaa โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 20

3) Niftaalem Admaasuu Shifarraa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 18

4) Taaddalee Dafaa Moosisaa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 19

5) Ifaa Isayyaas Duumessoo โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 10

6) Amanuu Iliyaas Bulii โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 12

7) Mikaaโ€™el Badhaasaa Guutamaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 10

8) Ifaa Waaqwayyaa Haayluu โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 25

9) Lammii Guddataa Tasammaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 12

10) Ifreem Balaay Galataa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 16

11) Geetuu Abdii โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 25

12) Geetahun Qajeelaa โ€“ Biilaa 01, umrii 21

13) Boonaa Ifreem Abdiisaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 15

14) Araaraa Amanuu Gaarumaa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 22

15) Surraa Amaanuโ€™el Fiqaaduu โ€“ Boojji, umrii 14

16) Maarqoos Malaakuu Caalii โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 22

17) Hiikaa Addisuu Ciibsaa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 42

18) Waaqtolee Birruu Dinqaa โ€“ Amuumaa Booree, umrii 18

19) Baacaa Habtaamuu โ€“ Didibbee Tuulii, umrii 18

20) Gammachiis Ayyalaa Gennatii โ€“ Didibbee Tuulii, umrii 16

21) Geetahun Abdiisaa Fufaa โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 25

22) Yohaannis Geetaachoo โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 10

23) Shuuramuu Fiqaaduu Jiraa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 43

24) Kennasaa Taaffasee Tasammaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 25

25) Naardoos Alamaayyoo Abdachuu โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 19

26) Iyyaasuu Mangaagaa Dabalii โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 18

27) Yoosef Asfawuu Barkeessaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 28

28) Ifaa Abdiisaa Teessoo โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 30

29) Gammachiis Taaddasee Geetahun โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 23

30) Jaallataa Taaddasee Abdiisaa โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 11

31) Leencoo Abdataa Caalaa โ€“ Lataa Kiingii, umrii 20

32) Lalisaa Biraanuu Ittaanaa โ€“ Amuumaa Booree, umrii 18

33) Fayyisaa Nagaasuu Haayluu โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 23

34) Abdii Girmaa Qalbeessaa โ€“ Tulluu Diimtuu, umrii 21

35) Yaayiqoob Tasfaa Birruu โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 16

36) Faqqadaa Galataa Yaadataa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 79

37) Dabalii Tsaggaayee Teessoo โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 25

38) Kennasaa Girmaa โ€“ Wandoo Innimaay, umrii 18

39) Abdii Yaadataa Kumarraa โ€“ Gemer, umrii 18

40) Leencaa Margoo Tolasaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 24

41) Daawwit Waaqtolaa Barii โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 30

42) Duulaa Yaadataa Cawwaaqaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 25

43) Badhaasaa Habtaamuu Haayluu โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 15

44) Girmaa Qumburii Qannoo โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 35

45) Saamuโ€™eel Daattaa Mitikkuu โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 22

46) Naatinaaโ€™el Gammachiis Moosisaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 9

47) Gammachiis Darasuu Birruu โ€“ Hidhabuu Xobbii, umrii 30

48) Abdii Raggaasaa Mulโ€™ataa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 15

49) Isayyaas Lataa Gammachuu โ€“ Hidhabuu Xobbii, umrii 23

50) Leencaa Abdataa Caalii โ€“ Lalisaa Kiingii, umrii 20

51) Yohaannis Geetahun โ€“ Biilaa ganda 02, umrii 10

52) Irmiyaas Dirbabaa Olaanaa โ€“ Tullu-gurraachaa, umrii 18

53) Maarqoos Malkaamuu โ€“ Biilaa 02, umrii 28

54) Iliyaas Abdataa โ€“ Lataa Boobinee, umrii 20

55) Abdii Gammachiis โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 15

56) Lataa Fiqaaduu Jireenyaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 21

57) Abdii Yemaanee Kabaa โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 17

58) Waaqtolaa Yaadachuu โ€“ Biilaa ganda 01, umrii 35

59) Mitikkuu Iliyaas Caalii โ€“ Didibbee Tuulii, umrii 25

60) Gaarii Abdataa Ayyalaa

61) Abdii Tolaa Yaadataa

62) Milkeessaa Maatiyoos Kabbadee

Walumaagalatti waan magaalaa Biilaa keessatti taโ€™e yakka waraanaa ti. Ummata meesha-maleeyyii/harka qullaa jumlaan iddoo tokkotti xayyaara waraanaan boombiin fixuun karaa fedheenuu yakka waraanaa ti; duguuggaa sanyii ti. Qaama kamiin iyyuu gocha abaaramuu fi balaaleffatamuu dha.

Gochi mootummaa Biltsiginnaa kun yakka yakkaan olii, duguuggaa sanyii saba Oromoo irratti raawwatee dha.

Yeroo jiโ€™a tokko hin caalle keessatti Oromiyaa godinoota garagaraa keessatti duguuggaa sanyii raawwateen ilmaan Oromoo dhibbootaan ajjeeseera; akkasumas qaamaa hirโ€™iseera.

Ummatni Oromoo keessaas alaas yakka akkasii kana taaโ€™ee ilaaluu dhiisee karaa dandaโ€™u hundaan balaaleffatuu fi addunyaaf saaxiluu qaba.

Ummata keenya miidhame kanaafis Oromoon iddoo jiru cufaa waan dandaโ€™uu fi karaa isaaf aanjawuun akka itti dirmatu dhaamna.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO