๐Š๐š๐š๐›๐ข๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข ๐Š๐š๐š๐๐ข๐ซ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ฑ๐ข๐ ๐ข๐ง๐ง๐š๐š ๐Š๐ข๐›๐›๐š-๐›๐š๐ก๐š๐š ๐†๐จ๐๐ข๐ง๐š ๐๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐š๐ช๐š๐š ๐๐ž๐ ๐ ๐ž๐ซ๐ฌ๐š ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐Ÿ ๐ฃ๐ž๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐ก๐ข๐ซ๐š๐š๐ซ๐ฌ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ.

Bulchitootni mootummaa kun gandoota 33 Ona Laga Hidhaa keessatti argaman irratti dirqamaan maallaqa humna ummataan ol taโ€™e murteessuun saamaa fi boossisaa jiru jedhu maddeen keenya.

Kibba-bahaa Godina Baalee Bahaa Ona Laga Hidhaa keessatti kan argaman kaabinootnii fi kaadirootni sirna Bilxiginnaa ummata hongee fi beelli jireenyaan mankaraarsaa jiru gargaaruun hafnaan, mootummaaf gargaarsa kennaa jedhanii dirqiin saamaa akka jiran maddeen keenya gabaasaniiru.

Bulchitootni mootummaa kun gandoota 33 Ona Laga Hidhaa keessatti argaman irratti dirqamaan maallaqa humna ummataan ol taโ€™e murteessuun saamaa fi boossisaa jiru jedhu maddeen keenya.

Waajjirri Daandii onichaa birrii 2,970,000, Waajjirri Bishaanii fi Inerjii birrii 2,475,000, Waajjirri Buusaa Gonofaa birrii 9,900,000 fi Waajjirri Fayyaa birrii 6,600,000, walumatti birrii 21,945,000 gandeen 33 onicha keessatti argaman irratti maqaa sekteraatiin ramadanii ummata ofiifuu beelaa fi hongeen dhumataa jiru saamanii rakkoo daraniif saaxilaa jiru jechuun maddeen keenya gabaasaniiru.

Namoota saamicha ija baase ummaticha irratti raawwatamaa jiru kana morman โ€œIsin Shanee dhaโ€ jechuun mana hidhaa Waajjira Poolisaa Ona Beeltootti guuranii hidhuun achi keessatti dararaa jiru jechuun maddeen keenya ifoomsaniiru.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO