Hidhaa Godina Buunnoo Beddellee
๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐๐๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ง๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐๐ฅโ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ก๐ข๐๐ก๐๐ฆ๐๐ง, ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ก๐๐๐๐๐๐ฆ๐ง๐ ๐ญ๐โ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐ซ๐๐ฆ๐.
Akka maddeen SBO gabaasanitti Godina Buunnoo Beddellee Ona Daaphoo keessaa lammiileen Oromoo baayโeen badii takkaan maleetti bulchiinsa sirna Bilxiginnaan qabamanii kan hidhamaa jiran yoo taโu, kanneen amma dura hidhamanis mana murtiitti osoo hin dhiheeffamin baatilee lakkoobsisaa jiran. Lammiileen Oromoo Waajjira Poolisii Ona Daaphootti hidhamanii jiran kunniin:
1) Obbo Taakkalaa Gammachuu โ Osoo mana murtiitti hin dhihaatin jiโoota 5f kan hidhamee jiru,
2) Dargaggoo Shibbiruu Alamuu โ Jiโoota 3f kan hidhaa jiruu fi mana murtiitti kan hin dhihaatne,
3) Obbo Amsaaluu Biraanuu โ Jiโoota 2f kan hidhaa jiruu fi mana murtiitti kan hin dhihaatne,
4) Obbo Darajjee Suutumaa โ Jiโa 1
5) Dargaggoo Kennasaa Alamaayyoo โ Jiโa 1
6) Dargaggoo Baabbulaa Tsaggaayee โ Jiโa 1
7) Dargaggoo Gammachuu Xaamxoo โ Jiโa 1
8) Shibbiruu Dheeressaa
9) Dargaggoo Galataa Taayyee
10) Wanduu Baqqalaa
11) Taaddalee Haayiluu
12) Wayyeessaa Taarikuu
13) Eliyaas Masarat
14) Waaqjiraa Balfaa
15) Amaanuโeel Ballaxee
16) Adaanee Guddataa fi
17) Caalii Obsaa
Namootni jiโa tokkoo hanga jiโoota shaniitti mana hidhaa keessatti argaman kunniin yeroo garagaraatti kan qabamanii hidhaman taโuunis barameera.
Bulchitootnii fi kaabinootni sirna Bilxiginnaa lammiilee Oromoo kana hiisisuu keessaa harka qaban bulchaa Ona Daaphoo Baahiruu Ballaxee, Marsiimoโi Raggaasaa, Indaalee Ittafaa, Tamasgeen Raggaasaa fi Biraanuu Galaan kanneen jedhaman taโuu oduun SBO dhaqqabe ni hubachiisa.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *