๐€๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ญ ๐™๐š๐ซ๐ข๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐–๐š๐๐š๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐›๐ฌ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐จ๐ฌ๐ฉ๐ข๐ญ๐š๐š๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ค๐ค๐š ๐š๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐ฎ ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ก๐ข๐ฆ๐š๐ง.

Artist Zarihun Wadaajoo haalaan dhukkubsate

๐€๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ญ ๐™๐š๐ซ๐ข๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐–๐š๐๐š๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐›๐ฌ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐จ๐ฌ๐ฉ๐ข๐ญ๐š๐š๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ค๐ค๐š ๐š๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐ฎ ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ก๐ข๐ฆ๐š๐ง.

Artistiin angafni seenaa muuziqaa Afaan Oromoo keessatti iddoo olaanaa qabu akkasumas baroota dheeraaf qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti sirboota warraaqsaan qabsoo fi qabsaawota jajjabeessaa, ummatas qabsoof kakaasaa ture Zarihuun Wadaajoo erga dhukkubsatee bubbulee jiraachuu maatiin isaa kan ibsan yoo taโ€™u, amma kaleen isaa lameenuu hojii dhaabanii jiru jedhan.

Sirnoota darban keessa yeroo hidhaa turetti reebichaa fi dararaa irra gaheen miilli isaas miidhamuu kan himan maatiin, Artist Zarihuun Wadaajoo yaala fayyaa barbaachisu yoo argate akka fooyya’uu danda’u ogeeyyota fayyaan itti himamuu ibsaniiru.

Kana gochuuf maallaqni akka barbaachisu eeranii, ummanni Oromoo akka birmatuuf gaafatanii jiru.

Nutis kan jennu ummatni Oromoo/abbootiin qabeenyaa kanneen Art.Zarihun Wadaajoo gargaaruu dandaโ€™an osoo inni lubbuun jiruu akka cina dhaabbatan jenna.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO