ODUU, Waldhabbii Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti uumameen walqabatee, Sinodosiin Oromiyaa dhaabbatuun ni yaadatama. Rakkoo kana furuuf karaa MM Itophiyaa Dr.Abiy Ahmediin araarri dhiibbaan guutame bu’eera jedhamus dubbichi furmaata xumuraa hin arganne. Kana irratti gabaasa BBC irraa arganne qabna. Haalli Beelaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa haalaan hammaateera. kana irratti gaaffii fi deebii Art.Ummuu Booranaa waliin goonee jirra.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *