๐†๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐œ๐ก๐ข ๐€๐š๐๐๐ž ๐ƒ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐›๐ž๐ž ๐ˆ๐ซ๐ ๐š๐š ๐๐š๐›๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ง ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐š.

Seenaan qabsoo bilisummaa Oromoos bara baraan isaan yaadata.

๐†๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐œ๐ก๐ข ๐€๐š๐๐๐ž ๐ƒ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐›๐ž๐ž ๐ˆ๐ซ๐ ๐š๐š ๐๐š๐›๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ง ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐š.

Ijoo Dubbii ABO โ€“ Bitootessa 18,2023

Qabsooftuu jabduu fi murattuu Aadde Dirribee Irgaa duโ€™aan boqotuu isaanii wayta dhageenye gaddi nutti dhagaโ€™ame guddaa dha.

Aadde Dirribeen hanga lubbuun isaanii darbitutti qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti murannoo fi gootummaa jabaadhaan qooda isaanii waan isaaniif dandaโ€™ame gumaachaa turan. Akkuma dubartootni Oromoo qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hanga wareegama lubbuutti hiriiranii aarsaa olaanaa kafalaa turan, isaanis jabinaa fi cichoominaan dhaabbatanii aarsaa garagaraa baasuudhaan dubartoota Oromoof fakkii taโ€™anii darbaniiru.

Jireenya isaanii guutuu cunqursaa fi roorroo saba Oromoo irra gahutti xumura gochuuf fuula irra turaniin ifaajjaniiru. Murannoo, cichoominaa fi sab-boonummaa qabanitti diinni aaruudhaan hidhee hidhaa keessatti gidirsus ejjennaa isaanii irraa duuba isaan hin deebisne.

Qabsooftuu sab-boontuu Aadde Dirribee Irgaa ofii isaaniif Mirgaa fi Bilisummaa Oromoof falmuu qofa osoo hin taane, dhala isaaniis qabsoo kanaaf aarsaa godhaniiru. Seenaan qabsoo bilisummaa Oromoos bara baraan isaan yaadata.

Addi Bilisummaa Oromoo duโ€™aan boqotuu Aadde Dirribee Irgaatti gadda itti dhagaโ€™ame irra deebiin ibsaa, maatii fi firoota isaaniif jajjabina hawwa.

Qabsaโ€™aan Ni Kufa, Qabsoon Itti Fufa!

Injifannoo Ummata Balโ€™aaf!

Adda Bilisummaa Oromoo

Bitootessa 18,2023

Finfinnee

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO