Gurmuun jaarmayaalee Oromoo Guutuu Addunyaa 51 of jalatti hammate ibsa Bitootessa 30, 2023 baaseen, dabaa-cubbuu, dhugaa jallisuu, burjaajii uumuu fi seenaa dabsanii akka dantaa isaanii qofa tiksutti dhiyeessuudhaan yakka hamaa leellistoonni sirna Habashaa, hayyoota Amaaraa ofiin jedhan saba Oromoo irratti raawwataa jiran ibsa tibbana baaseen cimsee balaaleffatee jira. Cuunfaa gabaasaa ibsa kanaa qabna.
Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *