Lammiileen Itophiyaa Miliyoona 7 taโ€™an dhibee Koleeraaf saaxilamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gabaase.

Lammiileen Itophiyaa Miliyoona 7 taโ€™an dhibee Koleeraaf saaxilamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gabaase.

Lammiileen Itophiyaa Miliyoona 7 taโ€™an dhibee Koleeraaf saaxilaman

Lammiileen Itophiyaa Miliyoona 7 taโ€™an dhibee Koleeraaf saaxilamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gabaase.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA)n akka gabaasetti, lammiileen Itophiyaa miliyoona 7 taโ€™an dhibee Koleeraatiif kan saaxilaman yoo taโ€™u, namootni 94 ammoo dhibichaan duโ€™aniiru.  

Hanga ammaatti namoonni 6,157 dhukkubichaan faalamuu kan ifa godhe OCHAn, weerarri kun naannoolee sabaa fi sab-lammootaa fi ummatoota Kibbaa fi Sidaamaatti babalโ€™achuu eeruun Onoota 54 fi gandoota 6000 ol keessatti mulโ€™atuu addeesse.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA)n talaallii kennaa jiraatus hirโ€™inni baajetaa danqaa itti taโ€™uun ibsameera.

Talaalliin dhukkuba Kooleeraa naannoo Sabaa fi Sab-lammootaa fi ummatoota Kibbaatti eegalamuu Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ibsee turuun kan yaadatamuu dha.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO