Jaal Urgeessaa Waaqkennee dhibee itti buleen du’aan addunyaa kana irraa boqotan
Jaal Urgeessaa Waaqkennee Duโaan Addunyaa Irraa Boqotan

Qabsaโaa fi miseensa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) gameessa kan taโan Jaal Urgeessaa Waaqkennee, dhukkubsatanii waldhaanamaa erga turanii booda, Waxabajjii 01, 2023 guyyaa harโaa duโaan addunyaa kana irraa boqotanii jiran.
Jaal Urgeessaa Waaqkennee qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn dursamu keessatti hiriiruudhaan karaa dandaโaniin dirqama qabsoo baโataa turaniiru.
Sirni awwaalcha isaanii Waxabajjii 02, 2023 Jimaata borii saโatii 8:00 ALItti naannoo mana jireenya isaanii Kaarra Qoreetti geggeessama.
Lubbuu isaanii jannataan haa qananiisu jechaa, maatii, firoota, hiriyootaa fi jaallan isaaniif jajjabina hawwaa, lubbuu isaanii jannataan haa qananiisu jenna.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *