SBO BITOOTESSA 27, 2024

ODUU, Lixa Oromiyaa Godinoota Wallaggaa Lixaa Ona Begii fi Godina Qellam Wallaggaa Ona Gidaamiitti manneen ummataa Bitootessa 24 fi 25, 2024 waraana PPn gubatuu ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa Ona Begii waliin,

Bitootessa 22, 2024 Kibba Baha Oromiyaa Ona Gadab Hasaasaa gandeen Coofira Shaashee fi Hulluuqoottii maneen ummataa 28 gubateen wal qabatee gaaffii fi deebii Bulchaa Ona Gadab Hasaasaa Obbo Muhaammad Kadiir waliin,

Komiishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Gabaasaa tibbana baaseen sarbamiinsa mirgoota namoomaa bal’aatu Itoophiyaa keessatti waggoota shanan darban raawwatame jechuudhaan gabaasaa qorannoo waggoota shanan darbaniif geggeessaa ba’e waabeffachuudhaan ifa taasisee jira. Cuunfaa gabaasichaa…

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO