Godinoota Oromiyaa cufa keessatti hidhaan, ajjechaan, saamichi, manneenii fi qabeenya ibiddaan barbadeessuun, darbees dargaggoota ari’anii qabuun mooraa leenjiitti guuruun haalaan hammaateera. Kanas kan raawwataa jiru waraana PP tahuu ummatni ragaa ba’aa jira. Dhimma kana irratti haala Lixa Oromiyaa jiru irratti SBOn nama dubbise qaba.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *