
Oromoon akka shimalaa fi mancaa hin qabanne dhorkaa fi irraa guuraa, warra barabaraan Oromoo cabsanii dhabamsiisuuf abjootan finxaaleyyii Amaaraa ammoo maqaa faannootiin ijaaree hidhachiisaa tureera.
READ MORE- 6.5

𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 Barsisaa Qannaa Wayyeessaa abbaa isaanii Obbo Wayyeessaa Gurmuu fi haadha isaanii Adde Taasisee Disaasaa irraa Caamsaa 12, bara 1943 tti Lixa Oromiyaa Godina Qeellam Wallaggaa, Ona Sayyoo Ganda Qonnaan Bulaa Samarroo iddoo addaa Tuulama jedhamutti dhalatan. Ilmi Obbo Wayyeessaa Gurmuu Bara ijoolluummaa isaatti akkuma ijoollee qonnaan bulaa kamiitti horii tiksuu
READ MORE 
Lixa Shaggar Ona Gindabarat gandoota 22 keessaa ummata 10, 000 ol ta’utu qe’ee ofii irraa buqqaafame
READ MORE