๐จ๐บ๐บ๐ฎ๐๐ป๐ถ ๐ค๐ฒโ๐ฒ๐ฒ ๐ณ๐ถ ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐พ๐พ๐ฎโ๐ฒ, ๐๐บ๐บ๐ฎ๐น๐น๐ฒ๐ฒ ๐๐ฒ๐ด๐ด๐ฒ๐ฟ๐๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ฎ [SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qeโee fi qabeenya isaa irraa buqqaโee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan facaโee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu. Haa taโu
๐จ๐บ๐บ๐ฎ๐๐ป๐ถ ๐ค๐ฒโ๐ฒ๐ฒ ๐ณ๐ถ ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐พ๐พ๐ฎโ๐ฒ, ๐๐บ๐บ๐ฎ๐น๐น๐ฒ๐ฒ ๐๐ฒ๐ด๐ด๐ฒ๐ฟ๐๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ฎ
[SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qeโee fi qabeenya isaa irraa buqqaโee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan facaโee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu.
Haa taโu malee ummata magaalota akka Shaambuu fi bakkoota adda addaatti baqatanii dirree irratti hafan kana dhaqqabuuf dirmatnaan qaamota adda addaa fi ummtni godhu itti fufeera. Taโus kun gaโaa miti.
Ummatni keenya, addatti abbootiin qabeenyaa, NGO leen adda addaa fi hawaasni diasporaa guddaa sossohuu dha qaban.

Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *