Hawaasni Oromoo Biyya UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Mootummaa PP irratti geggeesse
Hawaasni Oromoo UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Bilxiginnaa Irratti Deemsise
Hawaasni Oromoo Biyya Ingiliziitti argamu guyyaa harโaa Onkoloolessa 27,2022 magalaa London keessatti hiriira mormii baโuudhaan, ajjechaa jumlaa fi dhiittaa mirgootaa sadarkaa maleetti mootummaan Bilxiginnaa Oromiyaa keessatti ummata Oromoo irraan gaโaa jiru balaaleffate. Hiriirri fakkaataan tibbana Kanadaa Torontoottis deemsisamee jira. Kun waan jajjabeeffamuu fi itti fufamuu qabuudhas.


Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *