Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti mariin nagaa Afrikaa Kibbaatti guyyootaaf gaggeefamaa ture maalirra akka gahame har’a akka ifa godhu Gamtaan Afrikaa beeksisuu BBCn gabaase.

Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti mariin nagaa Afrikaa Kibbaatti guyyootaaf gaggeefamaa ture maalirra akka gahame har’a akka ifa godhu Gamtaan Afrikaa beeksise.

Waraana Waliinii Itoophiyaa waggaa lamaaf gaggeefamaa jiruuf fala siyaasaa soquuf mariin jalqabaa erga magaalaa Piritoriyaatti gaggeefamuu eegalee torban tokko lakkaa’ameera.

Marii nagaa jaarsummaa Gamtaa Afrikaa jalatti kan hoogganaa jiran pireezidantii duraanii Afrika Kibbaa Oliseeguun Obasaanjootu ibsa kana miidiyaaleef kenna jechuun Gamtaan Afrikaa beeksisuu BBCn gabaaseera. Mariin nagaa kun Kibxata darbe erga gaggeefamuu eegalee Wiixata darbe goolabama jedhamee eegamaa turus, itti fufeera.

Hanga ammaa odeeffannoon mariin kun maal irra akka gahe himus bahaa hin turre.

BBC’n mariin kun hanga har’aa itti fufaa jiraachuu maddeen isaa irraa hubatuu beeksiseera.

Mariin kun magaalaa Piritooriyaa waajira haajaa alaa biyyattii keessatti gaggeeffamaa jira kan jedhe BBCn, Ajandaawwan marii nagaa kanaa maal akka ta’aniis ifatti hanga ammaa wanti himame hin jiru jedheera.

Haa ta’u malee dubbii himaan waajjira dhimma alaa US Need Piraayis Onkoloolessa 31, 2022 ibsa kennaniin qaamoleen mariyatan wantoota afur mirkaneessuf akka ta’e ibsan.

Ibsa kennaniin kaayyoo marii kanaa ti kan jedhan hatattamaan waraana dhaabuu, lammiilee Itoophiyaa gargaarsi barbaachisu hundaaf gargaarsa dhiyeessuu, nageenya lammiilee nagaa mirkaneessuu fi waraanni Ertiraa Kaaba Itoophyaatii akka bahu gochuu dha jedhan.

Mootummaan Ameerikaa marii nagaa kana keessatti shoora taajjabdummaa taphachaa akka jirtu ifa ta’uu kan gabaase BBCn, Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa US Maayik Hamar qondaaltota Tigraay marii kana irratti hirmaatan Maqalee fuudhanii gara Afrikaa Kibbaa akka imalan Rooyitarsi gabaasee turuus BBCn yaadachiiseera.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO