Duguuggaa Sanyii Magaalaa Biilaa

<strong>Duguuggaa Sanyii Magaalaa Biilaa</strong>

Haleellaa xayyaaraa magaalaa Biilaatti raawwatameen kanneen ajjeefaman keessaa maqaan namoota 24 argame

Duguuggaa Sanyii Magaalaa Biilaa

Sadaasa 02,2022 Godina Wallagga Lixaa Ona Boojjii Birmajjii magaalaa Biilaatti ilmaan Oromoo haleellaa xayyaara waraanaa mootummaan Bilxiginnaa fudhateen kanneen duโ€™an 80 ol taโ€™uun gabaasameera. Kanneen madaaโ€™anii hospitaala seenanis waldhaansa gaโ€™aa fi dawaa (qoricha) dhabuu irraa duโ€™aa akka jiran ibsamaa jira. Kana irraa lakkoobsi nama duโ€™ee ni dabala. 

Kanneen duโ€™an keessatti barattootni baadiyaa magaalattii taaโ€™anii baratan, ijoollotni xixiqqoo fi gaโ€™eessotni keessatti argamu. 

Kanneen haleellaa xayyaara waraanaa (Diroonii) kanaan lubbuun isaanii darbe keessaa maqaan namoota muraasaa arganne akka armaan gadii kana dha. 

  1. Abdii Abdataa Dastaa โ€“ Didibbee Tuulii
  2. Gaaddisaa Kifiluu โ€“ Didibbee Tuulii
  3. Yoosef Eliyaas Caalii โ€“ Didibbee Tuulii
  4. Toomaas Faqqadaa Bulchoo โ€“ Didibbee Tuulii
  5. Maarqoos Haftaamuu Tarfaasaa โ€“ Didibbee Tuulii
  6. Mootii Daawwit Caalaa โ€“ Didibbee Tuulii
  7. Eebbaa Kamisoo Fufaa โ€“ Didibbee Tuulii
  8. Daattaa Tamasgeen Odaa โ€“ Magaalaa Biilaa
  9. Jawaar Ahmed Nagaash โ€“ Magaalaa Biilaa
  10. Amantii Fayyisaa Bultii โ€“ Umurii 11
  11. Sichan Yohaannis Biraanuu
  12. Obsaa Zawudee โ€“ Ganda Boobinee
  13. Guutaa Efireem โ€“ Ganda Boobinee
  14. Ayyaanaa Eliyaas โ€“ Ganda Boobinee
  15. Eebbisaa Addaamuu โ€“ Ganda Boobinee
  16. Daannoo Tasfaayee โ€“ Ganda Boobinee
  17. Sirriiqaa Firoomsaa โ€“ Ganda Boobinee
  18. Ayyaantuu Soorii โ€“ Ganda Boobinee
  19. Taarikuu Imaanoo โ€“ Ganda Boobinee
  20. Qananii Imaanoo โ€“ Ganda Boobinee
  21. Guutaa Tsaggaayee โ€“ Ganda Boobinee
  22. Maarqoos Tottoobaa Gammachuu โ€“ Ganda Baabboo Congee
  23. Solomoon Tottoobaa Gammachuu โ€“ Ganda Baabboo Congee
  24. Eebbaa Soorii Mirkanaa โ€“ Ganda Tulluu Gurraachaa
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO