Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO FULBAANA 01, 2023

    SBO FULBAANA 01, 20230

    ODUU, Miidhaa Sirni Biltsiginnaa Godina Jimmaa keessatti ummata irraan gahaa jiru irratti Aaf-gaaffii jiraataa godinichaa waliin godhame akkasumas kutaa xumuraa Marii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa waliin Waadaa Miidiyaan godhe irraa fudhatame

    READ MORE
  • SBO EBLA 30, 2023

    SBO EBLA 30, 20230

    Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti ajjechaa, hidhaa, saamichaa fi ummata buqqisuun, akkasumas miidhaaleen garagaraa ummata irra gahu amma illee gudunfaa hin arganne. Waraanni mootummaas, humni faannoos bifa adda addaan godina kana keessatti ummata irraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Kana irratti jiraataa Godina Wallagga Bahaa dubbisnee jirra.

    READ MORE
  • SBO EBLA 29, 2024

    SBO EBLA 29, 20240

    ODUU fi Gabaasa sirna dungoo qabsiisuu fi gadda ibsachuu Jaal Battee Urgeessaaf Jaarmaan ABO Biyya Alaa qopheesse kutaa sadaffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO EBLA 26, 2024

    SBO EBLA 26, 20240

    ODUU, Godina Wallagga Lixaa Ona Qondaalaa keessaa ummatni humnaan milishaaf leenjifamaa jirra jedhu. Gabaasa sirna yaadannoo fi gadda ibsachuu Jaal Battee Urgeessaa kutaa lammaffaa, Haala Kibba-baha Oromiyaa irratti marii Jaal Daraaraa Lammii fi Jaal Waaqoo Noolee waliin godhame kutaa xumuraa

    READ MORE
  • SBO EBLA 26, 2023

    SBO EBLA 26, 20230

    Du’aan addunyaa kana irraa boqochuu qabsa’aa Art.Zarihun Wadaajoo ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO irraa ba’ee fi seenaa Art.Zarihun Wadaajoo keessaa hanga muraasa kan argannee fi sirboota isaa irra dhaabbannee kan qindeessanne…

    READ MORE
  • SBO EBLA 24, 2024

    SBO EBLA 24, 20240

    ODUU, Gabaasa Yaadannoo fi Gadda Ibsachuu Jaal Battee Urgeessaa, Haala Godina Kibba-baha Oromiyaa irratti marii Jaal Daraaraa Lammii fi Jaal Waaqoo Noolee waliin kutaa lammaffaa

    READ MORE
SBO