Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Barattootni Oromoo dhaabbilee barnootaa olaanoo fi sadarkaa garagaraa irra jiran ummata keenya haala mul’atee hin beekneen dhumaa jiruu fi Oromiyaa dhabamaaf geessee jirtu baraaruu fi sagalee waliif ta’uuf gamtaan waliin kaanee haa hiriirru jechuun yaamicha taasisan.
READ MORE
ODUU fi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abee Dongoroo keessatti haleellaan humna goolessituu Faannoon ummata irra gahu daran hammaateera. Jiraataan Onichaa kanuma mirkaneessa.
READ MORE
Duutii fi salphinni Oromoo tokkoo, du’aa fi salphina Oromoo waliigalaa ti. Oromoon Oromiyaa keessa jirus tahe biyya ambaa gamtaadhaan ajjeefamuu fi salphifamuu Oromoo dura dhaabbachuun mormuu fi sagalee diddaa dhageessisuun dirqama jenna.
READ MORE
Even if drought is part of the environmental and climate change hazards, it is exacerbated by the war, socio-political and economic conditions. Primarily, it is a strong indicator of government failures.
READ MORE
Hongeen qaama balaa jijjiirama naannoo fi qilleensaan wal qabatu keessaa tokko yoo ta’e iyyuu, rakkoon ammaa kun waraana, sochii hawaasummaa, siyaasaa fi dinagdeetiin daran hammaatee jira. Keessumaa immoo kufaatii mootummaa ifatti kan agarsiisuu dha.
READ MORE
Gaaffii mirgaa uummanni Oromoo waggootii dheeraadhaaf karaa nagana dhiyeessa ture Paartiin Badhaadhinaa humnaa fi humna qofaan furuuf murteessuun isaa seenaa kufaatii abbootii irree mootummaawwan darbaniirra barachuu dhabuu isaa agarsiisa.
READ MORE
Oromoon tokkummaa isaa eeggachuu fi jabeessuu qaba. Duuti Oromoo tokkoo du’a Oromoo isa kan biraa ti. Salphinni Oromoo tokkoo salphina Oromoo hundumaa ti. Oromoon gola Oromiyaa mara keessa jiru marti gamtaadhaan ka’ee, ajjeefamuu fi salphifamuu Oromoo murni Badhaadhinaa Oromoo irratti raawwachaa jiru kana mormuu fi balaaleffachuu qaba. Tokkummaa fi cichoominni keenya bara 2018 keessa mootummaan EPDRF akka of haaressu dirqisiisee ture.
READ MORE
ኦሮሞ አንድነቱን ማስጠበቅና ማጠናከር አለበት። የአንድ ኦሮሞ ሞት የሌላው ኦሮሞ ሞት ነው። የአንድ ኦሮሞ ውርደት የሁሉም ኦሮሞ ውርደት ነው። በኦሮሚያ በሁሉም ማዕዘናት የሚገኝ ኦሮሞ ሁሉ በአንድነት ተነስቶ የብልጽግና ፓርቲ ቡንድ በኦሮሞ ላይ እያደረሰ ያለውን ግድያና ውርደት ሊቃወምና ሊያወግዝ ይገባል።
READ MORE
Bifa takkaa addunyaa irratti mul’atee hin beekneen namni waggaa dheeraaf harka Oromootiin jiraate, lafa Oromoo irra jiraatee of bare garagalee saba isa nyaachisee, obaasee ofitti qabee jiraachise gara jabina daangaa darbaa irratti raawwachuun kan addunyaa guutuu ajab! jechisiisuu dha.
READ MORE
Oromos should protect their unity. The death of one Oromo is the death of all Oromos. Humiliation for one Oromo is humiliation for all Oromos. Oromos should rise from every corner and stand against brutality and embarrassment perpetrated by Prosperity Party killing machines. Our unity and perseverance led to change in the EPRDF government in 2018.
READ MORE
Haleellaa xayyaaraa gandoota Ona Begii keessatti raawwatameen namootni 50 ol ajjeesaman
READ MORE
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር (ኦነግ) በመጨረሻም የብልጽግና መንግስት በሰላማዊ ህዝብ ላይ የቦምብ ናዳ ማዝነቡንና በጦር ሃይሉ በኦሮሚያ ዜጎች ላይ የጅምላ እልቂት መፈጸሙን እንዲገታ፡ የአለም አቀፉ ማህበረሰብ፣ የሰብአዊ መብት ተሟጋቾች እና ሁሉም ሰላም ወዳዶች የበኩላቸውን ጫና እንዲያሳድሩ በድጋሚ ይጠይቃል።
READ MORE
Mootummaan kun karaan qabatee jiru kan yaakkaa, dhiigi ummata nan bulcha jedhuu akka bishaanii gadi naqaa jiru kun kan isa gaafachiisu ta’uu hubachiisa. Rakkoo siyaasaa humna waraanaan furuuf yaaluun, ummata nagaa boombiin haleeluun muddama jiru daran yoo hammeesse malee furmaata fidu kan hin qabne ta’uun har’as ejjennaa ABO ti.
READ MORE
Godinootni Kaaba Shaggarii fi Horroo Guduruu Wallaggaa Xayyaaraan haleelaman
READ MORE
Hawaasni Oromoo UK Mudde 01,2022 Londonitti hiriira mormii sirna PP irratti geggeesse
READ MORE
Hawaasni Oromoo biyya Netherlands Hiriira Mormii geggeesse
READ MORE
ODUU
Ijoo Dubbii ABO
Marii Miidiyaalee dhimma Oromoo…Dr.Shuggux Galataa fi Dr.Dassuu Guyyoo

ኦሮሞን ከደመኛ ጠላቱ በመቁጠር ከኦሮሞ ህዝብ ፍላጎት በተጻራሪ የሚሰራው ይህ በፖለቲካ ድርጅት ስም እየተንቀሳቀሰ ያለው ባለስልጣን ከድርጊቱ እንዲቆጠብ እንጠይቃለን።
READ MORE
Armaan dura yaaddoo qabsoo fi qabsaawaa Oromoo irraa qabu karaa barruu adda addaa waggootaaf barreessaa fi maqa-bal’eessii adda addaa rawwaata turuun ni yaadatamaa.
READ MORE
Qaamni Oromiyaa keessatti hidhannoon lolaa jiru kaayyoo dhaabbateef hin qabu jechuun sirrii miti kan jedhan diplomaatiin UN duraanii Obbo Baay’isaa Waaqwayyaa, kaayyoo malee namni mana isaa dhiisee bosonatti galee lolu hin jiru jechuun addeessan.
READ MORE
We have appealed to the international communities and human rights groups several times. No positive response is on its way so far. We keep telling the international community who is obliged to respond to the common cause, such as human rights abuses of any kind anywhere, as stipulated in several UN conventions, by a state whose responsibility is to protect the wellbeing of its citizens.
READ MORE
Godinoota Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti humnootni finxaaleyyii duguuggaa ummata irraan ga’aa turanii fi jiran quba qabeenya mootummaa fi qindoomina mootummaa Bilsiginnaan ta’uun shakkiin hin jiru.
READ MORE
‘US Warra Waliigalticha Gufachiisan Adabuu Fi Qoqqobbii Fayyadamuu Irraa Duubatti Hin Deebitu’
READ MORE
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Amuruutti haleellaan ummata nagaa irratti deemsisamaa jira
READ MORE
Haleellaa Xayyaaraa Godina Lixa Shaggar Cobiitti Geggeessameen Namootni 59 Du’uu fi Madaa’uun Gabaasame
READ MORE
Most recently, the government launched several drone attacks in Western Oromia.
READ MORE
መንግስት በሰላማዊ ሰዎች ላይ እየፈጸመ ያለውን አሰቃቂ ጥቃት እያወገዝን፣ ዓለምአቀፉ ማህበረሰብ አፋጣኝ እርምጃ እንዲወስድና ተጨማሪ ግድያዎችን እንዲያቆም እንማጸናለን።
READ MORE
Mootummaan Itoophiyaa amma aangoo irra jiru, erga Ebla 2018 aangootti bahee kaasee naannolee Dhihaa fi Kibba Oromiyaatti lammiilee fayyaaleyyii (Siviilota) akkaan maleetti ajjeesaa jira.
READ MORE
At least 18 civilians were killed, several others were injured in fresh clashes in areas bordering the Somali and Afar regional states on 09 November, according to a source from the Somali region.
READ MORE
The OLF again calls upon the UN and international and national human rights organizations to investigate these savage killings of civilians, women, children and the elderly.
READ MORE
Haleellaa xayyaaraan ummata nagaa dhumaa jiru irratti Ibsa ABO
READ MORE
Waggaa 17ffaa Guyyaa Yaadannoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG)
READ MORE
Du’aan Boqochuu Doktora Art.Alii Birraa ilaalchisee Ibsa ABO
READ MORE
Three large joint forces are currently being deployed to launch a coordinated campaign in Oromia
READ MORE
Humni Waloo Guddaan Lixa Oromiyaatti bobba’aa jira
READ MORE
Haleellaa xayyaaraa magaalaa Biilaatti raawwatameen kanneen ajjeefaman keessaa maqaan namoota 24 argame
READ MORE
Magaalaa Biilaatti lammiileen Oromoo 80 ol ta’an haleellaa Diroonii mootummaan Biltsiginnaa fudhateen ajjeesaman
READ MORE
The Oromo Liberation Front strongly condemns all forms of repression, killings of unarmed civilians, unlawful detention, disappearances, and displacement of the Oromos, a citizen of Oromiya and all Ethiopians.
READ MORE
Hawaasni Oromoo Washington DC. Hiriira Balaaleffannaa geggeesse
READ MORE
Ummatni Oromoo duguuggaa fi roorroo daangaa darbe sirna mootummaa PPn isa irra ga’aa jiru kanatti xumura gochuuf falmaa jabeeffachuu qaba.
READ MORE
Godinoota Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallagga keessaa lammiileen buqqa’an qaama isaan gargaaru dhaban
READ MORE

Hawaasni Oromoo Biyya UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Mootummaa PP irratti geggeesse
READ MORE
Abbaan J/Abdii Raggaasaa Obbo Raggaasaa Qopheessaa du’aan addunyaa kana irraa boqotan
READ MORE
Hidhaan Godina Matakkal keessaa
READ MORE
Mi’eessoo keessatti lammiileen nagaan lama ajjeefaman
READ MORE
Wallagga Bahaa Ona Nuunnuu Qumbaa gandoota Waamaa Guddattuu fi Adaree keessatti ummatni xayyaaraan haleelame
READ MORE
በመንግስትና በመንግስት በሚደገፉ ኃይሎች በኦሮሚያ ክልል የሚፈፀሙ የንፁሃን ዜጎች ግድያ ሊቆም ይገባል፡፡
READ MORE
Kongiresiin Federaalawaa Oromoo KFOn Ajjechaa Oromiyaa keessatti mootummaan Itophiyaa raawwataa jiru balaaleffachuun, Ajjechaan kun hatattamaan akka dhaabbatus gaafate.
READ MORE
Mootummaan Bilxiginnaa sochii WBO daangessuu ykn if booda deebisuu akeeka jedhuun, tarkaanfii diroonii godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hammeessaa kan jiru yoo ta’u, gocha kanaanis, ummata nagaa homaatuu quba hin qabne, bakka baay’atanii jiraatan, gandeenii fi magaalota keessatti, bakka gabaatti haleeluudhaan dhibbootaan ajjeesuun gocha faashistummaa fi yakka waraanaa raawwatuu irratti argama.
READ MORE
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Ummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaa ti.
READ MORE
OLF Condemns the series of Air Strike in Civilian areas
READ MORE
Oromiyaa Godinoota adda addaa keessatti haleellaa Dirooniin lubbuu namaa darbaa jira.
READ MORE
Gujii Bahaa fi Wallagga Lixaa keessatti namootni ajjeefaman
READ MORE
Ajjechaan Abbootii Gadaa Karrayyuu irratti raawwatamu itti fufe
READ MORE
Baha Wallaggaa keessatti ajjechaan ummata nagaa irratti deemsisamu hammaate
READ MORE
Lammiilee Oromoo Qe’ee isaanii irraa buqqa’aniif gargaarsi godhame
READ MORE
Sheek Adam Tuulaa Onkoloolessa 18,2022 boqotan
READ MORE
Miseensotni ABO Konyaa Atlantaa Ajjeefamuu J/Mo’iboon Baqqalaatti gadda isaanii ibsatan
READ MORE
Haalli Itophiyaa keessaa to’atnaa ala ba’uu Barreessaan Waliigalaa Tokkummaa Mootummootaa Antoniy Gutaresii ibsan
READ MORE
Lubootni Kaatolikii Erteraa to’atnaa jala oolan jedhame
READ MORE
Lammiileen Oromoo nagaan 40 ol ta’an goolessitoota Faannoon ajjeesaman
READ MOREMana hidhaa keessatti du’an
READ MORE
Jaal Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa 12,2022 rasaasaan rukutamee wareegame.
READ MOREItophiyaa fi Erteraan Lola Gamtaan Tigraayi irratti geggeessan akka dhaaban gaafataman
READ MORE
Sirni Awwaalchaa Jaal Mo’iboon Baqqalaa raawwatameera.
READ MORE
Geggeessaa reeffa J/Mo’iboon Baqqalaa
READ MORE

Jaal Mo’ii Baqqalaa irratti haleellaa fudhatameen wareegame
READ MORE
“Namoonni uffata dambii poolisii uffatan ganama sa’aatii 12 tti mana dhufanii Alamaayyoo barbaanna jedhan.” Haadha Warraa Obbo Alamaayyoo
READ MORE
“A group of people wearing security uniform appeared at our gate at 6:00 AM and asked for the whereabouts of Alemayehu.”
READ MORE
Siyaasni Qamadii yeroo ammaa kan ittiin Haala Biyyattiin keessa jirtu gara dabarsuuf yaalamu ta’ee jira.
READ MORE
Gamtaan Awuroppaa Itophiyaa fi Erteraa irra qoqqobbiin meeshaa waraanaa akka kaa’amu yaada dhiheesse
READ MORE
Godina Wallagga Bahaa keessatti lammiilee nagaan hidhattoota Faannoo fi waraana mootummaan ajjeesaman
READ MORE
Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
READ MORE
𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐆𝐮𝐮𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa
READ MORE
𝐃𝐀𝐑𝐆𝐀𝐆𝐆𝐎𝐎𝐓𝐍𝐈 𝐃𝐇𝐔𝐌𝐀𝐀𝐓𝐈𝐈 𝐁𝐈𝐑𝐎𝐎𝐅 𝐆𝐀𝐑𝐀 𝐌𝐎𝐎𝐑𝐀𝐀 𝐋𝐄𝐄𝐍𝐉𝐈𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐆𝐔𝐔𝐑𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐉𝐈𝐑𝐀𝐍 [SBO – ONKOLOOLESSA 03,2022] Harargee Lixaa Ona Gubbaa Qorichaa keessaa guyyaa har’aa Onkoloolessa 03,2022 irraa eegalee ka’imman hedduun humnaa fi gowwoomsaa sirna Bilxiginnaan gara leenjii waraanaatti guuramuu maddeen ibsan.
READ MOREBulchitootni mootummaa kun gandoota 33 Ona Laga Hidhaa keessatti argaman irratti dirqamaan maallaqa humna ummataan ol ta’e murteessuun saamaa fi boossisaa jiru jedhu maddeen keenya.
READ MORE
𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐊𝐨𝐫𝐞𝐞 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐳𝐞𝐞𝐱𝐞𝐬𝐬𝐢𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐎𝐍𝐍 𝐥𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐚𝐫’𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧. Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa galmee Qaasim Abdullaahii jalatti himataman namootni 17 gaazzexeessitoota ONN lama dabalatee guyyaa har’aa Onkoloolessa 07,2022 ALItti 27/01/2015 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Calcaliitti dhihaataniiru. Mirgi wabii isaan gaafatan hanga ammaatti kan hojii irra hin
READ MORE